Oduu ijoo tamsaasa kallattii

  • Oduufi xiinxalaaf Chaanaalii WhatsApp akkasumas Facebook BBC Afaan Oromoo hordofaa
  • Miyaanmaaritti kirkirri lafaa hamaan magniitiyuudii 7.7 mudate
  • Pirezidantiin Raashiyaa Vilaiir Putiin mootummaan ce'umsaa Yukireen keessatti hudeeffamuun Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniin akka to'atamu yaada dhiheesse.
  • Raashiyaa fi Yukireen Galaana Gurraacha irratti walitti dhukaasuu dhaabuuf waliigalan
  • Morkataan Pirezidant Erdogaan hidhamuu booda Turkiitti hammaate
  • Kantiibaa magaalaa Istaanbul kan ta'an dureen paartii morkataa Ekraam Imaamoogluu malaammaltummaan himatamaniiru
  • Poolisoonni Turkii magaalaa Istaanbulii fi kutaalee Turkii adda addaa keessatti namoota hiriira ba'an gaaza nama imimmaanessuun bittimsaniiru
  • Ekraam Imaamoogluu paartii isaa Republican People's Party's (CHP) jedhamuuf kaadhimamee filannoo bata 2028 irratti hirmaachuuf ture
  • Gaazaatti 50,000 ol ajjeefaman - Ministeera Fayyaa Hamaasin hoogganamu
  • 'Ulaa Galaana Diimaaf jennee Ertiraa waliin lola hin seennu' - MM Abiy
  • Erga rokkeetiin itti dhukaafame booda Israa'el Libaanos haleelte
  • Waraanni Sudaan masaraa mootummaa deebifatuus, RSF haleellaa raawwate