Haati waggaa 44 booda intallishee hatamtee UStti ergamteen wal agarte

Haatiifi intalli waggaa 40 booda yeroo jalqabaaf wayit wal arganiitti
Ibsa waa'ee suuraa, Haatiifi intalli waggaa 40 booda yeroo jalqabaaf wayit wal arganiitti

Yaadannoo dhumaa Haan Tesuun waa'ee ijoolluummaa intalasheerratti qabdu kan Caamsaa 1975, mana isaanii Saawoo keessatti.

"Ani gabaa dhaqee Kunghaan 'hin dhuftuu");