Fayizaa Ali: Shamarree TikTok irratti namoota wal barsiiftuun wal baraa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Shamarree Oromoo TikTokii gubbaarratti beekamtu
Fayizaa Ali: Shamarree TikTok irratti namoota wal barsiiftuun wal baraa

Miidiyaa hawaasaa garmalee babalataa wayita jiru kanatti, dhimmoota hedduu waltajjii kanarratti mariif dhiyaataa jiru.

Shamarreen Oromoo Faayizaa Aliis dhimma ittiin TikTokii gubbaatti beekamteen akkasiin dubbatti.

Shamaaraniifi dhiiroota gaa'ila barbaadan walitti fidde wal barbsiifti. 'Bu'aan gochaa kanarraa argadhus namoota gaa'ila qabsiisuudhaan gammachuu qofaadha'' jetti. Dowwadhaa.